UN waraana Tigraayin walqabatee hoggantuu damee Itoophiyaa lammaffaa hojiirraa waame

Dhaabbanni Biyyoota Gamtoomanii (UN) waraana Tigraay waliin walqabate yaada hin malle kennaniiru jechuudhaan hoggantuu waajirasaa damee Itoophiyaa lammaffaa hojiirraa waame.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

  • Sign up
Lost your password? Please enter your username or email address. You will receive a link to create a new password via email.
We do not share your personal details with anyone.