Qondaalli waraanaa fonqolcha mootummaa Giinii qindeessee eenyu?

Ajajaan Garee Humna Addaa Giinii Kolonel Mahamady Doumbouya fonqolcha mootummaa gaggeessuun pirezidant Alfaa Kondee irraa aangoo fudhachuu Dilbata kaleessaa TV biyyattiirratti ibseera.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

  • Sign up
Lost your password? Please enter your username or email address. You will receive a link to create a new password via email.
We do not share your personal details with anyone.