Koronaavaayiras: Gosti Covid-19 Deltaa jedhamu Itoophiyaa keessatti argame – Ministeera Fayyaa

Saffisa baayyee ol-aanaaa ta’een kan tatamsa’uufi baayyee hamaadha jedhame gosti koronaavayirasii Deltaa jedhamu Itoophiyaa keessatti argamuu ministeerri fayyaa beeksise.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

  • Sign up
Lost your password? Please enter your username or email address. You will receive a link to create a new password via email.
We do not share your personal details with anyone.