Seenaaf kilabiisheef golii baayyee galchuufi taphattuu urjii jedhmuun badhaafamteetti

Taphattuu sarara fuulduraa garee kubbba miilaa dubartootaa biyyaalessaa (Luusii ) kan taate Seenaaf seenaashee nutti haasoftee…

Nama abbaa kee ajjeese waliin wal arguu, araaramuu

Bara 2002 haleellaa magaalaa Baalii keessatti mudateen abbaasaa kan dhabe Gaaril amma nama abbaasaa ajjeese waliin…

Gaaffiifi deebii Janaraal Birhaanuu Juulaa waliin taasifame

Itaamaazhor shuumiin Itti -aanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa Janaraal Birhaanuu Juulaa oppireeshinii waraanni mootummaa gama Lixaafi…

Guyyaa Afaan Dhalootaa: Beela’een jira, nyaachuun fedha afaanota kudhaniin akkamiin jedhu?

Gaazexeessitoonni BBC Shaaron fi Daraartuu 'beela'een jira, nyaachuun fedha,'' ka jedhu afaan isaaniin maal jechuu akka…

BBC Africa Eye: Muka firii hin qabne, loogii dubartoota Niijer dhala dhabanii

Hawaasa hedduu keessatti wayita maatiin dhala dhaban, kan quba itti qaban dubartii irratti. Lammiin Nijeer Ayichaa…

Mo Faaraan qoricha atileetota si’eessu ‘L-carnitine’ fudhachuusaa amane

Qorannoon 'BBC Panaroma'n' gaggeeffame akka ibsutti walitt dhufeenyi Mo Faaraah fi leenjisaa isaa duraanii, Albartoo Saalaazaar,…

Pirezidaantiin duraanii Masirii Hosini Mubarek du’aan boqatan

Pirezidaantiin duraanii Masirii bara 2011 humna waraanaan aangoo irraa kaafaman hospitaalatti du'aan boqatan

Itoophiyaa: Himatni namoota 63 malaammaltummaafi sarbama mirgaan shakkamanii adda cite

Abbaan Alangaa Waliigalaa Federaalaa faayidaa uummataafi mootummaaf jecha himatni namoota 63 akka adda citu murteessuu hime.

Koronaavaayiras: Ministiri Itti-aanaa Fayyaa Iraan Koronaavaayirasiin qabame

Biyyattii weeraricha to'achuuf osoo carraqaa jirtuu Ittaanaan Ministira Fayyaa Iraan, Iraj Harirchi koronaavaayirasiin qabame qoofaattii bafamuun…

Fayyaa: Namoota ‘qufaa hamaa’ qabaniif qoricha abdii kennu

Addunyaa irratti namonni dhibbeentaa 10 qufaa hamaa yeroo dheeraa namarra turuun dararamu.

  • Sign up
Lost your password? Please enter your username or email address. You will receive a link to create a new password via email.
We do not share your personal details with anyone.